Hanga ammaatti kompoostii idilee meetir kuubii miiliyoona 119 ol qophaa’eera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti kompoostii idilee meetir kuubii miiliyoona 119 ol qophaa’uu Pireezidaantiin Naannicha Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan.…