Hanga ammaatti qamadiin Bonaa lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 ol faca’uun ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti misooma qamadii Bonaa baranaan hanga ammaatti lafti hektaara miiliyoona 2 fi kuma 555 fi 823 faca'uu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.…