Godinichatti bara kana Qamadii lafa hektaara 350 ol facaasuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri…
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti bara kana Qamadii jallisiin lafa hektaara 350 ol facaasuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri 264 faca uu Waajjirri Qonnaa godichaa…