Raashiyaan hojii meeshaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruun ibsame
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Raashiyaan hoji meeshaa Waraanaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruu Pireezidaantiin Beelaaruus Aleeksaandar Lukaasheenkoon dubbatan.…