Ispoortii Cheelsiin Wolvisiin injifatame Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera. Cheelsiin bara taphaa kana…
Oduu biyya keessaa Gufuuwwan jiran Uummata waliin furaa badhaadhina hunda-galeessaa magaalaa keenyaaf ciminaan… Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Gufuuwwan jiran Uummata waliin furaa badhaadhina hunda-galeessaa magaalaa keenyaaf ciminaan tajaajiluu itti fufna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oduu biyya keessaa Agarsiifni ‘Xiqur Anbassaa’ agarsiisa biraandii Itiyoophiyaa idil addunyaa ta’ee… Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Agarsiifni Humna Qilleessaa dhiyaate agarsiisa biraandii Itiyoophiyaa idil addunyaa ta'ee itti fufuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetanaan Jeneraal…
Oduu biyya keessaa Hojiileen damee qonnaan Godina Baaleetti hojjetamaa jiran agarsiiftuu milkaa’ina imala… Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Hojiileen damee qonnaan Godina Baaleetti hojjetamaa jiran agarsiiftuu milkaa'ina imala badhaadhinaati jedhan, Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Fayyaa Naannoo Oromiyaatti Dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7.1 raabsame Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 7.1 raabsamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise. Lammiilee miiliyoona 1.9 ta'aniif mana…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon Piroojektii Humna Anniisaa Kooyishaa daawwatan Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Itti Aanaa Ministira Muumnee fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoonni olaanoon Piroojektii Humna Anniisaa Kooyishaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hawaasa daldalaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa hawaasa Daldalaa waliin haala yeroorratti mari'atan.…
Ispoortii Liivarpuul 1 -1 Arsenaal Sifen Megersa Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame. Taphoota biroo…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti duulli kunuunsa qabeenya uumamaa eegalame Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Godina Booranaatti lafa adda baafame heektaara kuma 97 fi 108 irratti duulli kunuunsa qabeenya uumamaa gaggeeffamuu jalqabsiifameera. Bulchaa Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan shanan darban cuuciiwwan lukkuu miiliyoona 29.5 qonnaan bultootaaf dhiyaataniiru Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Baatiiwwan shanan darban cuuciiwwan lukkuu guyyaa tokkoo miiliyoona 29.5 qonnaan bultootaaf dhiyaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Minitirri…