Magaalichatti namoonni yakkoota garaagaraan shakkaman kumni 1 ol to’annoo jala oolan
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Oppireeshinii qindoomaa torban tokkoof gaggeeffameen namoonni dhuunfaan yakkoota garaagaraan shakkaman kumni 1 ol to’annoo jala ooluu…