Manneen tapha Jirraa Ispoortii kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Manneen tapha Jirraa Ispoortii kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa magaalichaa beeksiise.…