Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bunni kuntaalli miiliyoona 7 ol walitti qabame-BQO Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hanga ammatti omishni Bunaa kuntaallii miiliyoonni 7.26 walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Barana Buna kuntaala…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Naannichaa murtoo garaagaraa dabarse Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Kaabineen Mootummaa Naannoo Hararrii dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni Maricha Warshaa Misooma Daabboo fi Daakuu naannicha…
Idil Addunyaa Wixineen baajata waraanaa Ameerikaa Doolaara biiliyoona 886.3 ragga’e Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Wixineen baajataa waraanaa Ameerikaa bara dhufuu Doolaara biiliyoona 886.3 dhiyaate raggaasifame. Wixinee baajatichaa keessaa deeggarsa Yuukireeniif…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Warshaa Palpii fi Waraqaa dawwate Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaaluu Abdiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Wanjitti Warshaa Palpii fi Waraqaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophyaa kabajauuf Bishooftuu jiru Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa 88ffaa kabajauuf Bishooftuu…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Ministeerri Barnootaa Chaayinaa waliigaltee hojii mallatteessan Sifen Megersa Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa barnoota afaan Chaayinaa mana barnootaa bultii addaatti barsiisuu eegale cimsuuf Ministeera Barnootaa Chaayinaa waliin waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Ajajoonni Humna Qilleensaa biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa daawwatan Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Ajajoonni Humna Qilleensaaa, Ataasheewwanii fi hoggantoonni dhaabbilee Aviyeeshinii biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa fi dandeetti hidhannoo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon… Sifen Megersa Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Magaalaa Harar Magaalaa jiraattotaa fi turistootaaf filatamtuu taate gochuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Keeniyaa turan 134 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Karaa seeraan alaatiin biyyoota garaagaraatti imalaa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 134 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-Kom. Dirribaa Mokonnin Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Oromiyaa keessatti nageenya waaraa mirkaneessuuf mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Koomishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Oromiyaa Dirribaa…