Oduu biyya keessaa Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” Jigjigaatti kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 7, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Jala Bultii Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa, Sadaasni 27 “Guyyaan Waloomaa” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Gamoon Ce’umsa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa eebbifame Debela Tadesse Dec 7, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gamoo ce’umsaa abbaa darbii 15 eebbisiise. Gamichis baasii Birrii miiliyoona 850'n kan ijaarame yoo ta’u, darbiiwwan afur…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyii ga’uumsa ogummaan leenji’an hojiitti… Debela Tadesse Dec 7, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota hoji dhabeeyyiin ga'uumsa ogummaan leenji'an 455 hojiitti galaniiru jedhame Sagantaa Dargaggoota leenji’aan…
Idil Addunyaa Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte Sifen Megersa Dec 7, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee Ameerikaa fi namoota dhuunfaa biroo beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte. Manni Murtii…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ate Debela Tadesse Dec 7, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa Gamtaa Awurooppaa waliin waltajji marii waggaa gaggeessaa jira. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Kanaadaan milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa akka taasistu ibsite Debela Tadesse Dec 6, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti milkaa’ina hojiilee Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsa barbaachisaa akka taasiftu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Kaanaadaa Jooshuwaa…
Biiznasii Naannoo Beenishaangul Gumuzitti galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabame Debela Tadesse Dec 6, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Baatiiwwan afran darban galiin Birrii biiliyoona 1 olii walitti qabamuu Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Naannoo Beenishaangul Gumuz beeksise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ambaasaaddaroota Ameerikaa fi Ingiliz waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 6, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joosee Maassiingaa fi Ambaasaaddara Ingiliz Darren…
Idil Addunyaa Viilaadmiir Putiin erga 2019 yeroo jalqabaaf Abudaabii galan Debela Tadesse Dec 6, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Erga bara Faranjootaa 2019 as yeroo jalqabaaf Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putii Gamtaa Emereetota Arabaa, Abudaabii galan. Vilaadmiir Putiin…
Oduu biyya keessaa Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaa fi rogeeyyiin ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka… Debela Tadesse Dec 6, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaa fi rogeeyyiin duudhaa hogganamuun ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaanii akka bahatan Ministeerri Nageenyaa hubachiise.…