Idil Addunyaa Hamaas Qondaaltonni waraanaa 4 jalaa ajjeefamuu beeksise Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Hamaas waraana gaggeeffamaa jiruun Qondaaltonni waraanaa olaanoon 4 jalaa ajjeefamuu beeksiseera. Qondaalli waraanaa Hamaas Alqaasiim Birgeed ibsa…
Idil Addunyaa Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan Jeneraal… Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan…
Oduu biyya keessaa Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu’aa qabeessummaa hojiif murteessadha-… Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu'aa qabeessummaa hojiif murteessaa ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Hanqina Sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jira – Interpiraayizii Sanyii filatamaa Oromiyaa Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Hanqina Sanyii filatamaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Interpiraayiziin Sanyii filatamaa Oromiyaa beeksise. Interpiraayizii Sanyii filatamaa Oromiyaatti…
Uncategorized Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisiin misoomaa jira jedhame Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti lafti hektaarri kumni 111 Jallisii Boneen misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Hojii misooma jallisii…
Ispoortii Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte. Atileet Suraanash fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n…
Biiznasii Daawwattoota biyya keessaarraa galiin Birriin biiliyoonni 14, kan biyya alaarraa Doolaarri… Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Kurmaana1ffaa darbe keessa daawwattoota biyya keessaarraa galiin Birriin biiliyoonni 14, kan biyya alaarraa ammoo Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti har’a Awutoobisoonni haaraan 67 hojii eegalan Sifen Megersa Nov 26, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiyeessa tajaajila Geejjibaa ummataa Fooyyessuuf har'a Awutoobisoonni dabalataa 67 hojii eegaluu ibsameera. Konkolaattoonni…
Oduu biyya keessaa Qabeenya albuudaarra Fayyadamummaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira-Inj. Habtaamuu Taganyi Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Qabeenya albuudaarraa Fayyadamummaa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf manni maree albuudaa hundeeffamuun hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Albuudaa…
Oduu biyya keessaa Qonni magaalaa qaala’iinsa gabaa namtolchee hir’isuu keessatti qooda bahachuu jalqabeera-Pir.… Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Qonni magaalaa wabii nyaataa mirkaneessuun cinaatti qaala’iinsa gabaa namtolchee hir’isuu keessatti qooda bahachuu jalqabuu Pireezidantiin Naannoo Oromiyaa…