Leenjiin hoggantootaa mootummaa marsaa 3ffaan akka Oromiyaatti eegale
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Leenjiin dandeettii raawwachiistummaa hoggansa mootummaa marsaa 3ffaan akka naannoo Oromiyaatti wiirtuulee afuritti gaggeeffamuu jalqabeera.…