Jilli Obbo Adam Faaraahin durfamu Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahin durfamu Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad waliin mari’ate.…