Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad masaraa Faasiladas daawwatan Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Goondaritti argamuun Masaraa seenaa qabeessa Faasiladas daawwataniiru. Naannawaa kanatti abbootiin hojii…
Ispoortii Piriimayeer liigii Ityoophiyaan Adaamaan Machaal injifate Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimayeer liigii Ityoophiyaa har'a taphatameen Adaamaan Machaal injifateera. Taphoonni Piriimayeer liigii Ityoophiyaa torbee…
Ispoortii Maanchiisteer Siitii 4 – 1 Liiver Puul Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Liiver Puul goolii 4 fi 1n injifachuun morkii gara Waancaatti taasiisu cimsateera. Tapha kilaboota lamaanii akkaan eegamaa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsaa guutuu Oromiyaatti boru ni gaggeeffama – Obbo Hayiluu Addunyaa Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf kaayyeffate guutuu Oromiyaatti Boru kan gaggeeffamu ta'uu…
Fayyaa Naannichatti baatiwwan salgan darban namoota miiliyoona 41 ta’aniif tajaajilli… Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan salgan darban namoota miiliyoona 41 ta'aniif tajaajilli deddeebi'anii yaaluu kennamuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Barsiisummaan ogummaa kabajamaa dhaloota beekumsaafi dandeettii gonfachiisudha – Pireezidaanti… Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Barsiisummaan ogummaa kabajamaa dhaloota beekumsaafi dandeettii gonfachiisu ta'uu Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Dassitaan durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwate Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu misooma Abaaboo Aanaa naannawwa magaalaa Hawaasaa daawwateera. Rakkoo sharafa…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun hoggansa milkaa’ina; Uummataaf injifannoodha… Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun hoggansaaf milkaa'ina; Uummataaf injifannoo ta'uu Daarektarri Waajjira Qindeessaa Mana Maree Hirmaannaa…
Oduu biyya keessaa Barsiisummaan haadhoo ogummaa hundaati – Obbo Abdulhakiim Muluu Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Barsiisummaan haadhoo ogummaa hundaati jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakiim…
Oduu biyya keessaa Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Sirni Badhaasa dubartoota Afrikaa 2023 magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Dubartoota bara kana raawwii gaarii galmeessanii fi naannoo…