Oduu biyya keessaa Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannichaa furuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Oct 31, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Rakkoo dhangaggummaa biyyee naannoo Oromiyaa furuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hooggantoonni sadarkaa Naannoo,…
Oduu biyya keessaa Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 31, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal Ambaasaaddara Jarmaan Isteefan Awuraa waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii dhimmoota…
Fayyaa Walga’iin koree olaanoo Ministeera Fayyaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 31, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanoo Ministeera Fayyaa gaggeeffamaa jira. Walga’icharratti hoggantoonni Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamoo akkasumas…
Ispoortii Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf Baalaandooriin injifate Debela Tadesse Oct 31, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf badhaasa Baalaandoorii 2023 injifateera. Sirni badhaasa Baalaandoor 2022/2023 Faransaay Magaalaa Paariisitti…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifame Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifamuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksiise. Sirreeffamni kun boru…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee Deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessan Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Itiyoophiyaa fi Ayerlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 8.4 mallatteessaniiru. Ministirri Ministeera Maallaqaa…
Biiznasii Waliigalteen Sanadaa dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo taasiisu… Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Ogummaa Dhaabbata Idil Addunyaa Heefar jedhamu waliin Sanada waliigaltee dubartootaa fi Dargaggoota miiliyoona 1 ol fayyadamoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwatan Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwataniiru. Lafa oomishaaf oolu laga Awaash…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Veenziweelaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Veenziweelaa Yevaan Giil Piintoo waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Barsiisota ga’umsa qaban horachuuf hojjetamaa jira – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Oct 30, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Bara Barnootaa kana sirna barnootaa fooyyeessuu fi Barsiisota ga'umsa qaban horachuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa Beeksise. Yaa'iin…