Oduu biyya keessaa Lallabni Gumii Bokkoo Eegalame Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Harmuufaa Irraa Gara Gadaa Roobalee qaxxaamuruuf Lallabni Gumii Bokkoo eegalame. Baalli Gujii Marsaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloota idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf hunduu gahee isaa bahachuu qaba-Aadde… Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Dhaloota, idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf adeemsa taasifamu keessatti hunduu gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama… Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessadha – Obbo… Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Hawaasaa Magaalaa Asoosaa waliin mari’atame Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Marii hawaasaa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffameerratti hirmaataniiru. …
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Zimbaabuwee waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Zimbaabuwee Ambaasaaddar Feediriik Eemshaavaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru. Waliigaltichas Walga’ii 44ffaa Ministiroota Dhimma Alaa Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Mariin kun mata duree “Obbolummaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Naannoo Sidaamaa Magaalaa hawaasaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Waltajjii marichaarratii ministiraa ministeeraa Maallaqaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaar magaalota garaagaraatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Mata duree “Obbolummaa sabdaneessummaa nageenya waaraa fi badhaadhina hunda galeessaaf” jedhuun waltajjiin marii ummtaa Magaalota Naannoo Afaaritti…