Idil Addunyaa Meesuut Ooziil dirree siyaasaatti makame Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Taphataan duraanii Arsenaal Meesuut Ooziil dirree siyaasaatti makamuun ibsame. Riyaal Maadridii fi Arsenaaliif taphachaa kan ture Meesuut Ooziil…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Paartii Badhaadhinaa fi Paartii AK cimee itti fufeera-Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Hariiroon damee hedduu Paartii Badhaadhinaa fi Paartiin AK Turki cimee itti fufuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan Al Habiib waliin mari’ataniiru. Biyyoonni lamaan qaroominaa fi…
Oduu biyya keessaa Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera. Pireezidaantiin…
Biiznasii Boba’aa seeraan ala raabsamu to’achuuf tarkaanfii fudhatamu cimee itti fufa-MDWHN Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) –Boba’aa seeraan ala raabsamu to’achuuf tarkaanfii fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan mirgi namoomaa akka kabajamuu fi olaantummaan seeraa akka mirkanaa’uuf kutannoon… Debela Tadesse Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaan mirgi namoomaa akka kabajamuu fi olaantummaan seeraa akka mirkanaa’uuf kutannoon kan hojjettu ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasiin Itiyoophiyaa…
Biiznasii Baankiin Biyyaalessaa Caalbaasii Addaa Sharafa Alaa gaggeessuufi Tsehay Guluma Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC )- Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa caalbaasii addaa Sharafa alaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibseera. Kibxata Guraandhala 18, 2017…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti sirni tajaajilli loogiirraa bilisaa itti kennamu diriireera- Obbo Mahaammad Idiriis Debela Tadesse Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaatti sirni tajaajilli loogiirraa bilisaa itti kennamu diriireera jechuun Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis ibsan.…
Oduu biyya keessaa Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Feb 24, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbuu Poolisiin Kutaa Magaalaa Haramaayaa beeksise.…