Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalcha Obbo Baqqalaa Mullataa raawwate Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalcha Hoji Gaggeessaa Duraanii Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Obbo Baqqalaa Mullataa raawwateera. Obbo Baqqalaan dhaabbilee miidiyaa…
Biiznasii Baatiiwwan sadan darban Birrii tiriiliyoona 1.3 daddabarfameera-BDI Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darbanitti tajaajila baankii dijitaalawaan daddabarsi maallaqa Birri tiriiliyoona 1.3 taasifamuu Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afaaritti Misoomaa fi Oomisha Albuudaa Beentooniittee daawwatan Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Afaar Aanaa Warsassootti misoomaa fi oomisha albuudaa Beentooniittee daawwataniiru. Qabeenyi…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoon Oromiyaa tumsa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise. Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Eegumsa fayyaa qulqullina isaa eeggate kennuuf hojiileen gaggeeffamaan cimanii kan itti fufan ta’uun… Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti hojiileen eegumsa fayyaa qulqullina isaa eeggate kennuuf hojjetaman cimanii kan itti fufan ta’uu Pireezidaantiin Naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad daawwannaaf Naannoo Afaar galan Debela Tadesse Oct 28, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiilee misooma garaagaraaf Naannoo Afaar galaniiru. Jillii Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu…
Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaatti seerri maatiin yoo daa’imman barnootaatti hinergine adabsiisu ragga’e Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Paarlaamaan Afrikaa Kibbaa seera barnootaa cimaadha jedhame kan yoo maatiin daa’imman isaanii mana barnootaatti hinergine hidhaan adabsiisuu…
Oduu biyya keessaa Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” Dilbata iftaanii gaggeeffama Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” (Gadisa Award) Dilbata iftaanii Onkololeessa 18, 2016 akka gaggeeffamu Waldaan Barreessitoota Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Piroofeesar Birhaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa dhaabbilee %20 gadi ta’uun ibsame Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Dhaabbileen dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa akkasumas damee gurmaa’ina dhaabbilee %20 gadi ta’uu Bulchiinsi Nageenyaa…