Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Artisti Halloo Daawwee har’a raawwatama Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Sirni Awwalchaa Artisti Halloo Daawwee har’a Magaalaa Adaamaatti raawwatama. Sirni gaggeessaa Artisti Halloo Istaadiyamii Magaalaa Adaamaatti…
Oduu biyya keessaa Alaabaan ibsituu bilisummaa, cimina, jaalala biyyaa fi gootummaa Itiyoophiyaanotaati-Dooktar… Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Alaabaan bilisummaa, cimina, jaalala biyyaa fi ibsituu gootummaa Itiyoopohiyaanotaati jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa magaalota godinaalee garaagaraatti kabajame Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa magaalota godinaalee Naannoo Oromiyaa garaagaraatti kabajameera. Haaluma kanaan guyyaan Alaabaa biyyaaleessaa yeroo 16ffaaf kabajame…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Biiroolee Naannoo Oromiyaa garaagaraatti kabajame Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)-Guyyaan Alaabaa "Olka'insi Alaabaa Keenyaa Wabii Tokkumma Sabdaneessaafi Birmadummaa Keenyaati" jedhuun kabajamaa jira Biiroolee Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabe Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) - Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqqii Qaallittii Aanaa 9'tti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Chaayinaa Lii Kiyaangi waliin mari’ataniiru. Mariin isaaniis, tumsa dinagdee biyyoota…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa naannolee garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan naannolee garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera. Guyyaan kun naannoo Harariitti bakka hoggantoonni mootummaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajameera. Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Af Yaa’iin Mana Maree…
Idil Addunyaa Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf waliigalte Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Marii Ameerikaa fi Ijipti waliin taasiifamaa ture hordofee Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…