Farreen Midhaanii ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Ilbiisota oomisha qonnaarratti dhiibba uuman ittisuuf hirmaannaa olaanaan taasifamaa jiraachuun ibsame.
Oomishi hir’achuuf sababa kan ta’an farreen…