Waajabila Faanaa Maanguddoo Umrii waggaa 180 maatii 500 horan Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti Maanguddoon umrii waggaa 180 jiraatan Abbaa Daaluu Jaarsoo argaman. Manguddoon kun bara Mootii Hayilessillaasee…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’ataman Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Caamsaa 18 – 24, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 355 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. Hordoffii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Biraaziil hariiroo Dippiloomaasii isaanii gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf walii… Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)-Ityoophiyaa fi Biraaziil hariiroo waloo fi Dippiloomaasii hunda galeessa gara sadarkaa fooyya’aatti ceesisuuf walii galaniiru. Itti Aanaan Muummee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti uffannaa aadaatiin tajaajilli akka kennamu labsame Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Hojjettoonni Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundi torbanitti guyyaa tokko, gaafa Wiixataa uffannaa aadaatiin akka tajaajilan labsameera. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Walitti bu’iinsa Masjiidootatti mudate furuuf walitti dhiyeenyan mari’achuutu furmaata jedhame Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalem Koree Karaa Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaan hunda’e waliin mari’ateera. Iddoolee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti ragaa barnootaa sakatta’ame keesaa kumni 1 fi 131 ragaa sobaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti ragaalee barnootaa sakatta’ame kuma 17 keesaa kumni 1 fi 131 ragaa sobaa ta’ee argamuu Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ityoophiyaa fi Kuweet gidduu dameewwan haaraattis guddisuun barbaachisaa ta’uun ibsame Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Hariiroo seena qabeessa Ityoophiyaa fi Kuweet gidduu jiru dameewwan haaraattis guddisuun barbaachisaa ta’uu Kuweettitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Sa’iid…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin kalaqa “Abdii Ityoophiyaa 2015 gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Ministeera Hojii fi Ogummaan dorgommin kalaqa daldalaa “Abdii Ityoophiyaa 2015” jedhuun Giddugalaa Dagaagina Kalaaqaa Buraayyuutti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Alaa Biraaziil Maawuroo Viiyeeraa waliin mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo biyoota lameenuu cimsaanii fi…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee Ashaaraa magariisaa daawwate Sifen Megersa Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsiitti hojiilee misooma Ashaaraa Magariisaa daawwateera. Jilichi…