Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalotaa Guraandhala 9-15, 2016 kabajama Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalotaa baranaa Guraandhala 9-15, 2016 Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kan kabajamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Qondaaltonni Olaanoo Riqicha Abbaay daawwatan Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannoo Amaaraa Riqicha Abbaay Magaalaa Baahirdaaritti ijaramaa jiru daawwataniiru. Daawwannicharratti…
Oduu biyya keessaa Godina Boorana Bahaatti nyaanni beeyladaa tooniin kuma 300 ol walitti qabamuun ibsame Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti nyaanni beeyladaa tooniin kuma 300 fi 947 hirmaannaa horsiisee bultootaan walitti qabamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Biiroon Lafa Oromiyaa fi Bulchiinsi Nageenyaa Odeefannoo waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Biiroon Lafa Oromiyaa fi Bulchiinsi Nageenya Odeefannoo waliigaltee waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteessaniiru. Waliigaltichis hojmaata itti…
Idil Addunyaa Raashiyaan hojii meeshaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruun ibsame Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Raashiyaan hoji meeshaa Waraanaa Niwukilaaraa gara Beelaarusitti dabarsuu xumuruu Pireezidaantiin Beelaaruus Aleeksaandar Lukaasheenkoon dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaaf dhimmoonni xiyyeeffannoo barbaadan yeroon akka xumuraman hunduu tumsu qaba-Obbo… Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Marii Biyyaleessaaf dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan adda baasuun yeroo qabametti akka xumuramuuf qooda fudhattoonni hundi deeggarsa taasisuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin beekkamtii kennuu tumsitoota Hidha Haaromsaa gaggeeffame Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Waltajjiin beekkamtii kennuu tumsitoota Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Magaalaa Baatuutti gaggeeffameera. Waltajjicha irratti Pirezidaantii Itti…
Oduu biyya keessaa Biqiltuwwan Ganna dhaabaman keessaa %85 ol laataniiru-MQ Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Biqiltuwwaan Ashaara Magariisaa bara 2015 Ganna darbee dhaabaman keessaa %85 ol laatuu Ministeerri Qonna beeksise. Ityoophiyaan marsaa 2’n biqiltuuwwaan…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misooma hortiikaalcharii bu’aa argamsiisaa jira-Dooktar Abiy Debela Tadesse Dec 26, 2023 0 Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Hojiilee misooma hortiikaalcharii gaggeessuuf tattaaffiin taasifame bu’aa ajaa’ibsiisaa argamsiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Idil Addunyaa Gorsaan Waraana Eegdoota Warraaksa Iraan ajjeeffamuu dhaga’agame Sifen Megersa Dec 25, 2023 0 Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) - Gorsaan Waraana Eegdoota Warraaksa Iraan Ziyaad Raasii Muuseeviin haleellaa Xiyyaaraa Isiraa'eeliin ajjeeffamuu Teeleeviizhiin biyyattii beeksise. Ziyaad…