Oduu biyya keessaa Argisiisni “Xiqur Ambassaa” gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 16, 2023 0 Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Argisiisni “Xiqur Ambassaa” bakka Ajajaan Humna Waraanaa Waliigalaa fi Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira. Humni…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee wixinee dambii riifoomii Bulchiinsafi Misooma Lafaa magaalichaa irratti… Sifen Megersa Dec 16, 2023 0 Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 7ffaa waggaa 3ffaa gaggeesseen wixinee dambii riifoomii Bulchiinsafi Misooma Lafaa magaalichaa irratti…
Oduu biyya keessaa Sirni cufiinsa kabaja guyyaa hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa har’a ni gaggeeffama Sifen Megersa Dec 16, 2023 0 Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Sagantaalee garaagaraa kabajamaa kan ture sirni cufiinsa guyyaa hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 88ffaa har'a ni gaggeeffama. Ayyaanichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ingiliz waliin bilbilaan mari’atan Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Ingiliz Deeviid Kameruun waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensa Itiyoophiyaatti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa gaggeeffame Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Humna Qilleensa Itiyoophiyaatti sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa gaggeeffameera. Saganticharratti Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Ummata Oromoo – Ija Magaalaa fi Magaalummaatiin Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Magaalli Maali? Magaalli wiirtuu qaroomina ammayyaati. Magaalli giddugala murteessoo siyaas-dinagdeefi hawaasummaati. Wiirtuu barnoota, saayinsii, teeknoolojii, daldala, gabaa, aartii,…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin N/Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin waliigaltee mallattesse Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Pireezidaantiin Yuunivarsitii Naannoo…
Idil Addunyaa Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabe Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabuun gabaafame. Imaltoota miidhaan irraa qaqqabes gara hospitaalaatti kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Komishinara Dhaabbata Godaantoota Idil Addunya waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinara Godaantoota Addunyaa Filiip…
Oduu biyya keessaa Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra-F/M Birhaanuu Juulaa Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal…