Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 0 – 1 Arsenaal Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee jalqabaa har'a taphatameen Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid injifate. Tapha Istaadiyeemii Olditiraafoorditti…
Oduu biyya keessaa Piroojektii Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti hojjetamaa… Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Piroojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 49 oliin hojjetamaa jira.…
Ispoortii Notingihaam Forest morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin qixa bahe Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 1ffaa har'a taphatameen Notingihaam Forest morkataa isaa yoo injifatu Cheelsiin qixa baheera. Notingihaam…
Oduu biyya keessaa Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe. Dhagaan jiguun mana…
Oduu biyya keessaa Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe. Dhagaan jiguun mana…
Oduu biyya keessaa Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuu isaatti gadduu obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii gameessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuu isaatti gadduu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan. Seenaa aartii…
Oduu biyya keessaa Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan. Seenaa aartii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Artiist Dabbabaa Isheetuun boqote Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun dadhabbii Addunyaa kanarraa du'aan boqote. Artiist Dabbabaan dhibee isa mudateen yaalamaa tureen har'a addunyaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman… Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu Kiiloo Giraama 100 mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to'ataman…
Biiznasii Baasii naannichaa humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisaan hojjetamaa jiru- Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Afaaritti filannoowwan galii babal’isuun baasii humna ofiin uwwisuuf hojiileen dandeessisan hojjetamaa jiru jedhan Pireezidaantiin naannichaa obbo…