Waajabila Faanaa Atileetota Meedaaliyaa Warqee tokko qoddatan Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti Atileetii lammii Ameerikaa Keetii Muunii fi Atileetiin lammii Awustiraaliyaa Niinaa Keeneediin…
Oduu biyya keessaa Chaayinaa waliin dameewwan hedduun waliigalteerraa ga’uun milkaa’ina olaanaadha-Dooktar Abiy Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yeroo hafuuraa fudhannaa idaa argachuu dabalatee dameewwan hedduudhaan Chaayinaa walii waliigalteerra ga’uun milkaa’ina olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Hindi waliin mari’ataan Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Muummeen Ministiraa Hindi Naraandiraa Moodii waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Yaa’ii BRICS Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin… Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uu isheetti gammaduu ibsan Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaan miseensa 'BRICS' ta’uu isheetti gammaduu ibsaniiru. Guyyaa har'aa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni balfa dhangala’aa Birrii miiliyoona 264’n bitaman magaalota 8’f qoodaman Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalota Shaashamannee, Dirree Dhawaa, Adaamaa, Hawaasaa, Arbaaminci, Maqalee, Goondarii fi Dasseef konkolaattotaa balfa…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Pireezidaanti Biin Zaayid Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti… Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Daawwannaan Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo dippiloomaasii biyyoota…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1000 ol xumurame –Injinar… Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bara baajatichatti ijaarsi piroojektiwwan bu’uuraalee misooma Jallisii 1080 xumuramuu Ministirri Ministeera Jaallisii fi Naannawaa Gammoojjii Injinar…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa gumaacha Somaaliyaatti nageenya buusuuf taasiiseef beekkamtiin laatame Sifen Megersa Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaa jalatti Somaaliyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf gumaacha taasiiseef beekkamtiin laatameefira.…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan ergaa gammachuu Ityoophiyaaf dabarsite Debela Tadesse Aug 24, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Miseensaa BRICS ta’uu Ityoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarse. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Za’oo Zhiyu’aan…