Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii karoora gaggeeffamaa ture xumurame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Gamaaggamni karoora waggoota 10 bara giddugaleessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota Paarkii Indaastirii Adaamaaf mana jireenya ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiri Ityoophiyaa hojjettootaa Paarkii indaastirii Adaamaaf manneen jireenyaa ijaaruuf Dhaabbata Oomishaa…
Oduu biyya keessaa Bara dhufu hojimaata ‘e-ticketing’ eegaluuf qophiin xumuramuun eerame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 tajaajila tikeetaa ammayyaa’aa (‘e-ticketing’) eegaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise. Ministir Deetan…
Ispoortii Dorgommiiwwan xumuraa Ityoophiyaan irratti hirmaattu 2 har’a ni gaggeeffame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa har’aatiin dorgommiiwwan lama kan Ityoophiyaan irratti hirmaattu har’a galgalaa ni gaggeeffamu. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Koomishinar Laliseen qondaaltota Dhaabbata “Raymond Lifestyle” waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Koomiishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee fi Ittaanaa Koomishinara Daani’eel Tarreessaan Dhaabbataa Itti Gaafatamaa Faayinaansii…
Idil Addunyaa Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabdii jedhame Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabaachuu ogeeyyiin eegumsa naannawaa ibsan. Yeroo ammaa ardichatti boba’aa %52 anniisaa haareffamaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Goorootti balaa tiraafikaa mudateen lubbun namoota 3 darbe Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuu namoota sadii darbuun ibsame. Balichi konkolaataa fe’uumsaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 558 olitti tilmaamamu to’atame Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 558 .2’tti tilmaamamu to’atamuu Koomiishiiniin Gumruuka beeksise. Koomiishinichi hordoffii Hagayya 5-11,…
Oduu biyya keessaa Ajajni Bahaa balaa ibiddaa Giddugala Gabaa Taayiwaan mudateef deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Ajajni Bahaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Magaalaa Jigjigaatti balaa ibiddaa Giddugalaa Gabaa Taayiwaaniin mudateen miidhamtoota qabeenyi isaanii jalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti hojimaata badaan walqabatee namoonni 25 to’ataman Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti gamaagamaa guyyoota 10’f gaggeeffameen namoonni 25 hojiimaata badaa fi hannaan to’annaa jala oolfamuun ibsame. Dabalataanis namoonni…