Lakkoofsi miseensota Buusaa Gonofaa miiliyoona 17 caaluu ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Lakkoofsi miseensota miiliyoona 17 caaluu fi qabeenyi Birriin biliyoonnni 1.7 ol sassaabamuu Waajjirri Buusaa Gonofaa Oromiyaa beeksiise.
Kallattii…