Biiznasii Birrii biiliyoonni 5.4 qorannoo Ooditiin argame Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Bara baajataa xumurame waliin dhahiinsa gurgurtaa fi taaksiin walqabatee qorannoo Ooditii gaggeeffameen Maallaqni Osoo hin kaffalamin hafe Birrii…
Oduu biyya keessaa Oppireetara Teelekoom 3ffaaf kurmaana jalqabaa 2016’tti eeyyama kennuuf karoorfamuun ibsame Debela Tadesse Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Oppireetara Teelekoom 3ffaa kurmaana jalqabaa 2016’tti eeyyama kennuuf karoorfamuu Abbaan Taayitaa Kominikeeshinii Ityoophiyaa ibse. Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Fedhii biyya keenyaa guunnee gabaa alaatiif yeroon itti erguu jalqabnus fagoo miti-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Akkuma qamadii, Ruuzii alaa galchuu hambisuun fedhii biyya keessaa guutuun gabaa alaatiif yeroon erguun jalqabamu fagoo miti jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Biiznasii Komishinar Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Nameen Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Nyaataa AddunyaaFiraay Ziimuudzii waliin mari’ataniiru. Haala…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoome – BQO Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Inisheetiiviiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiruun Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoomuu Biiroon Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Waldaan Qorannoo Oromoo seenessa olaantummaa Sobaa Seenaa Oromoo ganu sirreessuu irratti akka… Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Waldaan Qorannoo Oromoo (ORA) seenessa olaantummaa Sobaa Seenaa Oromoo ganu sirreessuu irratti akka hojjetu beeksiseera. Waldaan Qorannoo Oromoo yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Qonnaa naannoo kibba lixa Ityoophiyaatti biqiltuu dhaaban Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Qonnaa naannoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaatti biqiltuu dhaabaniiru. Itti aanaan Pireezidantii fi hogganaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin qabdu cimsuuf tattaaffii eegalte… Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin qabdu cimsuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota nageenyaa sirna barnootaa keessa galchuuf hojjetamaa- Ministeera Nageenyaa Debela Tadesse Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)-Ijaarsi duudhaa nageenyaa fi dhimmoota nageenyaa sirna barnootaa keessatti haammatamuun akka galu Ministeera Barnootaa waliin hojjechaa akka jiru Ministeerri…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 boru ni eegala Sifen Megersa Aug 10, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 tapha boru Barnileey Maanchiisteer Siitii keessummeessun ni eegalama. Barnileey boru Sa’aatii 4:00…