Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruu eegaluuf ta’uu Pireezidaantiin biyyattii Yuuweerii Muuseeveeniin beeksisan.…