Naannoo Amaaraatti mootummaan Federaalaa olaantummaa seeraa akka kabachiisu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaraatti rakkoo nageenyaa mudate hojmaata seera kabachiisuu idileen to'achuun rakkisaa ta'uu isaan mootummaan Federaalaa tarkaanfii olaantummaa…