Oduu biyya keessaa Biirichi qabiyyee lafaarraa galii Birrii biiliyoona 5.7 argate Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Lafa Magaalaa Finfinnee, bara baajatichaatti qabiyyee lafaarraa galii Birrii biiliyoona 5.7 argachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen Pireezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Pireezidaantii Baankii Addunyaa Ajaay Baangaa waliin mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo…
Oduu biyya keessaa Maqaa Raayyaa Ittisaa xureessuun akka dhaabatu akeekkachiifni laatame Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Duulli maqa balleessii miseensoota Raayyaa Ittisaarratti gaggeeffamu akka dhaabatu Raayyaan Ittisaa akeekkachiiseera. Raayyaan Ittisaa duula maqa…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu Poolisiin magaalichaa beeksiise. Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Paarkiiwwan Indaastirii 13 lammilee hedduuf carraa hojii uuman ijaaruun hojiitti… Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan Paarkiiwwan Indaastirii 13 lammilee hedduuf carraa hojii uuman ijaaruun hojiitti galchuu…
Oduu biyya keessaa Piroofeesar Birhaanuun Barattoota kutaa 12ffaa qormata biyyaalessaa fudhataa jiran daawwatan Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa fi Ministir Deetaan Dooktar Saamu’eel Kifleen barattoota kutaa 12ffaa qormaataa Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu… Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu qaban ba’uu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiyii fi Ajaay Baangaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwatan Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajaay Baangaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoome Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Bu’aan qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa Finfinnee ifoomeera. Akkaataa sirna barnootaa haaraan bara 2015 hojiirra kan oole bu’aan qormaata kutaa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa laatamu eegale Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti laatamuu eegalameera. Sadarkaa naannoo…