Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Ityoophiyaa daawwachuufi Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Haayashii Yoshimaasa Ityoophiyaa daawwachuuf akka ta’e eerame. Ministirichi daawwannaa Afrikaatti taasisaniin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbaadaman dabarsanii kennuu… Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbadamaan dabarsanii kennuuf dandeessisu mallatteessaniiru. Walga'iin Komiishinii Waloo…
Idil Addunyaa Humnoonni Sudaan lameen waraana akka dhaaban Saa’uud Arabiyaan waamichaa dhiyeessite Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Alaa Saa’uud Araabiyaa Faayisal Biin Farhaan Sa’uudu humnoonni Sudaan keessatti walwaraanan lameen walitti bu’iinsa dhaabuun biyyatti…
Oduu biyya keessaa Sagantaan bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa Magaalotaa marsaa 3ffaan xumurame Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaa bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa magaalotaa marsaa 3ffaa Doolaara miiliyoona 859’n gaggeeffamaa ture xumurame. Gamaaggamni waloo koree…
Idil Addunyaa Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti – Antoonii Bilinkeen Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti jedhan Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkeen. Jijjiiramni Qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti iddoolee seeraan alaa kuma15 fi Manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti… Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti iddoolee kuma 15 seeraan alaa dalleeffamanii fi manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koomiishinii waloo Ityoo-Afrikaa Kibbaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Walga’iin Koomiishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Afrikaa Kibbaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454’tti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454'tti tilmaamaman to’atamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi Adoolessa 14-20, 2015'tti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Federaalaa Tigraayitti deeggarsa namoomaa hatattamaa dhiyeessaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Mootummaan federaalaa Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachisuuf, deeggarsa namoomaa hatattamaan dhiyeessaa jiraachuun Koomishinii Hoggansa…
Ispoortii Ityoophiyaan Burundii 2 fi 0’n injifatte Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Dubartoota umrii 18 gadii “CECAFA”n, Ityophiyaan 2 fi 0’n Burundii injifatte. Immuush Daani’eel gooliiwwan boqonnaa…