Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Aksum Barattoota waame Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Aksum sababa waraanaan adeemsa baruu fi barsiisuu addaan kutee ture irra deebin jalqabuuf qophii duraa barbaachisaa taasisuun…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin yaadni nagaa Afrikaa nageenyaa Yaashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu mala jedhan Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Viidmiir Putiin yaadni nagaa dureewwan Afrikaan dhiyaate dhaabbachuu waraana Raashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu akka malu…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Saayinsii Umamaa gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Barattoonni Saayinsii Umamaa qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatan gara Yuunivarsiitiiwwanii seenaa jiru. Yuunivarsiitiiwwan garaagaraas…
Oduu biyya keessaa Moorookoon Ityoophiyaa waliin baankii fi dameewwan biroorratti walta’iinsaan hojjechuu akka feetu… Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Moorookoon Ityoophiyaa waliin baankii fi dameewwan biroorratti walta’iinsaan hojjechuu akka feetu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Moorokkoo Neezaa Aloyuu…
Oduu biyya keessaa Koolleejjii BLTO Finfinnee barattoota leenjisaa ture eebbisiise Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)-Koolleejjiin Barnoota Leenjii Teekinikaa fi Ogummaan Finfinnee Ogummaa garaagaraan barattoota leenjisaa ture Kuma 6 fi 244 eebbisiise. Sirna…
Oduu biyya keessaa Bara Oomishaa 2025/16’f kan oolu Xaa’oon kuntaalli kumni 800 Tigraay seenuun ibsame Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2025/16'f kan oolu Xaa'oon biyyoo kuntaalli kumni 800 gara Tigraay seenuu ibsameera. Naannichi bara oomishaa kana xaa'oo biyyoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa Nigoozii Ookoonjoo…
Idil Addunyaa Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasiste Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasisuu ibsameera. Deeggarsichi Taayiwaan qocholoo qaama kamiinuu irratti yaalamu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe’umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti… Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe'umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'ichi Finfinneetti gaggeeffamuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Sheediwwan Qonnaa Kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwatan Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sheediwwan Qonnaa Kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwataniiru. Qonni Magaalaa madda galii fi magaaloota…