Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Veenzhuuweela waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Rippaabilikii Veenzhuweelaa Boolivaariyaa Ivaan Piintoon waliin mari’ataniiru.…