Sagantaan Fooyya’insa Nyaataa lammiilee miliyoona 9 ol fayyadamoo taasisuu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 30, 2015 (FBC)- Sagantaan Fooyya'insa Sirna Nyaataa Naannoo Oromiyaa lammiilee miliyoona 9.69 fayyadamoo taasisu ifoomeera.
Sagantichi sekteroota sadarkaa naannoo,…