Itiyoophiyaan baqattootaa fi Kolagaltoota miiliyoona 1 oliif eegumsa taasiisaa jirti jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Godaantootaa Idil Addunyaaf kan dhiyaatu waadaalee 6 raggaasifte.
Yaa’iin Godaantoota Idil Addunyaa Baatii Muddee 2023…