Jilli Itiyoophiyaa hoggantoota Baankii Addunyaa fi IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Jilli Itiyoophiyaa walga’ii waggaa dhaabbilee faayinaansii Morookootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru Pireezidaantii Baankii Addunyaa Aajaay…