Ayyaanoonni Ummataa tokkummaa, nageenyaa fi misooma biyyaalessaaf – TKM
Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) - Ayyaanoonni Ummataa baatii Fulbaanaa keessa duudhaa isaanii eeguun kabajaman tokkummaa biyyaalessaa calaqqiisiisuun nageenya lallabuun xumuramuu…