Aanaa Sooddootti balaa tirafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabe
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugaleessaa Itiyoophiyaa Godina Guraagee Bahaa Aanaa Soddootti balaa tiraafikaa mudateen namoota 14 irraa miidhaa cimaan qaqqabuun ibsame.…