Obbo Geetaachoon Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran…