Bulchiinsi magaalaa Finfinnee giddu gala Gabaa Taayiwaan deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee magaalaa Jigjigaatti giddu gala Gabaa Taayiwaan balaa Ibiddaan gubate deebisanii dhaabuuf kan oolu Birrii miiliyoona 30…