Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Afrikaarraa Busaa dhabamsiisuuf waggaa waggaan Doolaarri biiliyoonni 5.2 kan barbaachisu ta'uu Pireezidaantiin duraanii Laayibeeriyaa Eelan Joonsan…