Oduu biyya keessaa Baazaariin Irreechaa baname Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jala bultii Irreechaa sababeeffachuun Baazaariin Irreechaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti banameera. Baazaarii kanarratti uffannaaleen aadaa…
Oduu biyya keessaa Barattoota fedhii addaaf meeshaaleen barnootaa Birrii miiliyoona 10.8 tilmaamamu taasifame Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Magalaa Finfinnee barattoota fedhii addaaf meeshaaleen barnootaa Birrii miiliyoona 10.8 tilmaamamu taasisuu beeksise. Sagantichaas…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Irreechaa 5ffaan Magaalaa Shaggaritti gaggeeffame Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Fooramiin Irreecha 5ffaan Mata duree "Irreechii faajji tokkummaa fi obbolummaatti" jedhuun, Finfinnee Galma Giddugala…
Oduu biyya keessaa FBC fi Yuunivarsitiin Naannoo Oromiyaa Waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetii fi Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa waliigaltee waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteessaniiru. Yuunivarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Barana Ruuzii kuntaalaa miiliyoona 44 argachuuf hojjetamaa jira-BQO Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Barana lafa hektaara miiliyoona 1 ol irraa Ruuzii kuntaalaa miiliyoona 44.2 argachuuf hojjtamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Argisiisni fakkii Irreechaa baname Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Agarsiisni fakkii Irreechaa mata duree "Irreechi tokkummaa fi Obbolummaaf" jedhuun Godahambaa Finfinneetti banameera. Sagantaan argisiisa fakkii kunis…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan teeknooloojii “Isteetiskooppi” fayyadamuun Afrikaarraa 2ffaa taate Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan teeknooloojii dijtaalaa hubannoo namtolcheen deeggarame “Isteetiskooppii” fayyaadamuun Afrikaarraa biyyaa 2ffaa taate. Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin mai’atan Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon jiraattoota Magaalaa Hawaasaa waliin dhimmoota bulchiinsa gaarii fi misooma magaalicharratti…
Oduu biyya keessaa Jijjiiraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n kabajamaa jira Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n Magaalaa Saajaatti kabajamaa jira. Sirna kabaja ayyaanichaarratti Naannoo Itiyoophiyaa Gidgaleessattii sagantaan…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biiliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa gale Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa galuun ibsame. Gamtaan biyyootaa 27 Raashiyaa injifachuuf…