Ayyaana Irreechaa karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa rakkoo nageenyaa malee karaa nagaan kabajuuf qaamoleen nageenyaa gara hojiitti galuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.…