Mootummaan nageenya lammiilee Sudaanitti argamanii eeguuf hojjechaa jira-Amb. Burtukaan Ayyaanoo
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Mootummaan nageenya lammiilee Ityoophiyaa Sudaanitti argamanii eeguuf hojjechaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…