Abbaan Taayiticha haasa jibbiinsaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa haasa jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa miidiyaa hawaasaan tamsa’an ittisuuf qooda fudhattoota waliin magaalaa…