Oduu biyya keessaa Balaliin gara Bujumburaatti taasifamu 11’tti guddate Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii idilee gara Burundii Magaalaa Bujumburaatti taasisu gara 11’tti guddisuu beeksise. Daandichi kanaan…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan baraa Saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti jijjiirraan baraa saba Booroo Shinaashaa “Gaarii-Waaroo” sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira. “Gaarii-Waaroo”…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa Kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa sadarkaa biyyaalessaatti Kabajamaa jira. Ayyaanni Masqalaa "Mootii Ayyaanaa" jedhamuun ayyaana hawaasa biratti bakka olaanaa qabu fi…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa eebba Giddugala Nyaataa 'Tasfaa Birhaan'tti argamuun maaddii qoodaniiru. Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Giddugaloota Nyaataa Finfinneetti jiraattonni kuma 35 ol ta’an tajaajilamaa jiru-Aadde Adaanech Debela Tadesse Sep 28, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC)- Giddugaloota nyaataa Magaalaa Finfinneetti argaman irraa jiraattoonni kuma 35 ol ta’an tajaajilamaa jiru jedhan Kantiibaan Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise. Humni walichaa ayyaanoonni kunneen rakkoo nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa naannolee garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Magaalaa Asoosaa, Gaambeellaa fi Hawaasatti kabajameera. Sirni Gubaa Daamaraa Naannoo Beenishaanguil Gumuz magaalaa Asoosaa, naannoo…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin caffee Oromiyaa ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa ayyaana Dachee rooba gannaan dhoqqoofte qoorsee, biiftuu hurriin haguugamte saaqee… Sifen Megersa Sep 27, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Daamaaraa Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guutuun…