Oduu biyya keessaa Ibsa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa kenname Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamoleen lammiilee godinaa booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa waliitti qabanii fi walitti qabaa jiran sanadaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 1.45 qophaa’eera-BQO Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Barana Oromiyaatti biqiltuu sanyii filatamaa Bunaa biliyoonni 1.45 qophaa’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Godinni Geedi’oo fi dhaabbileen garaagaraa Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 12 olitti… Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Godina Geedi'oo fi dhaabbileen garaagaraa lammiilee Godina Booranaatti hongeen miidhamanif deeggarsa akaakuu garaagaraa Birrii miliyoona 12…
Oduu biyya keessaa Seeraan alummaa dameen diinagdee akka hinguddanne taasisanirratti xiyyeeffannaan hojjechuu… Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)-Seeraan alummaa dameen diinagdee akka hinguddanne taasisanirratti xiyyeeffannaan hojjechuu gaafata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ispoortii Fiigichi Maaraatoonii Walakkaa Dabira Birhaanitti gaggeeffame Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa 16ffaan Magaalaa Dabira Birhaanitti gaggeeffameera. Dorgommichaan naannolee lama, kilabootaa fi dhaabbile 12…
Oduu biyya keessaa Barana lafti hektaarri miiliyoonaa 1.3 jallisii Bonaan qamadiin uwwifameera-Ministeera Qonnaa Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Barana lafti hektaarri miiliyoona 1.3 jallisii Bonaan qamadiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Jilli Ministiraa Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dirreetti shakkamaan deeggarsa ummataa ofiif buufate to’atame Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitooteessa 2, 2015 (FBC)-Godina Booranaa Aanaa Dirreetti shakkamaan deeggarsa uummataa faayidaa dhuunfaa isaaf utuu buufatuu argame to'annoo jala ooluu Waajjirri Poolisii Aanaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi bobbiiwwan sodaalee bifa jijjiirratanii dhufan dhaabuu gaggeessaa jiraachuu beeksise Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitooteessa 2, 2015 (FBC)-Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa karoora sodaalee bifa jijjiirratanii dhufanii fi sodaalee biyyaalessaa jijjiiraman dhaaban fooyyessuun…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dasseetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Magaalaa Dasseetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to'atamuu Poolisiin magaalichaa beeksise. Shugguxiiwwan Turkii 34 fi rasaasni…
Oduu biyya keessaa Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi Samaraa galan Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi naannoo Afaar magaalaa Samaraa galaniiru. Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi wayita Samaraa ga'an Pireezidaantii naannichaa Obbo…