Ispoortii Morkiin darbii Kaaba Landan qixaan xumurame Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Morkiin darbii Kilaboota masaanuu Kaaba Landan 194ffaan qixaan xumurameera. Morkiin darbii Kilaboota Masaanuu kaaba Landan har'aa saatii 10:00 irraa…
Oduu biyya keessaa Eegdonni Kabajaa leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifaman Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Eegdonni Kabajaa Humna Qilleensaatti Kutaa Waraanaa Imaammata Qilleensaatti leenjii waraanaa fudhachaa turan eebbifamaniiru. Itaamaajoorii Humna…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa oomisha qonnaa daawwatan Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee fi Adaamii Tulluutti Oomisha qonnaa daawwataniiru Hoggantoonni leenjii…
Ispoortii Kilaboonni Darbii Kaaba Londan har’a si’a 194ffaaf waliin morkatu Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Kilaboonni Masaanuu kaaba Londan har'aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireet irratti Arsenaal Tootinhaam waliin morkiin taasisu ni eegama.…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 500 ijaaraman eebbifaman Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaatti pirojektoonni gara garaa Birrii miiliyoona 500’n ijaaraman eebbifamaniiru. Piroojektoonni mana…
Oduu biyya keessaa Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegale Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Torbeen Turizimii Oromiyaa 3ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylayititti eegaleera. Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Kafichoo kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Ayyaanni bara haaraa Kafichoo(Beenee Shaadeeyyee Baaroon) magaalaa Boongee Shinbattootti kabajamaa jira. Ayyaanni Beenee Shaadeeyyee Baaroon ayyaana…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo duudhaa uumama ittiin hubatu, uumamas sababaa fi sirnaan hubatee kan ittiin walii… Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Ummanni Oromoo duudhaa uumama ittiin hubatu, uumamas sababaa fi sirnaan hubatee kan ittiin walii galu qaba jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo…
Ispoortii Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Barliin riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Atileet Tigist Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Jarman Magaalaa Barliinitti dubartoota gidduuttii gaggeeffame riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte.…
Idil Addunyaa Beeniinitti balaa Ibiddaa Kuusaa boba’aarra qaqqabeen lubbuun namoota 35 darbe Sifen Megersa Sep 24, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Beeniinitti balaa Ibiddaa Kuusaa boba'aarra qaqqabeen lubbuun namoota 35 darbuu gabaafameera. Balaan Ibiddaa kun magaalaa Seemee Poodijjii daangaa…