Tajaajilli eeyyamaa fi galmeessa daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kenname
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Baatii sadii kan hinguunne keessatti tajaajilli galmeessaa fi eeyyama daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kennamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…