Fayyaa Dhukkuba Feestullaa Sababa Da’uumsan Uumamu Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Dhibeen Feestullaan dhukkuba rakkoo fincaanii fi bobbaa qabachuu dadhabuu da’uumsan wal-qabatee muudatuudha. Kunis qaamni walhormaataa fi ujummoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan egzibiishinii Bunaa Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti. Chaayinaatti Embaasiin Itiyoophiyaa bara Faranjootaa Fulbaana…
Oduu biyya keessaa DhMG deeggarsa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse Sifen Megersa Sep 22, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Oduu biyya keessaa Karoorri qonna ceesisuuf qabame beekumsaan kan duurfameefi bu’uura saayinsaawaa akka argatu… Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Karoorri qonna keenya ceesisuuf qabanne beekumsaan kan duurfameefi bu'uura saayinsaawaa akka argatu taasisuu keenyaan lafa qabachaa jira jedhan…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuufi jedhame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Piroojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 16 ijaaramuuf ta'uu ibsameera. Jilli Itti aanaa Kantiibaa Magaalaa Shaggar…
Waajabila Faanaa Pilaaneetiin hamma lafaa ga’u Sibiilarraa uumame argame Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pilaaneetiin hamma lafaa ga'u Sibiila cimaarraa uumame Urjii dhiyeenya isaa jiru naannawaa jiru argamuu dhaga'ame. Giliisee 367 B kan jedhamu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone Galmee Addunyaarratti galmeessuun Afrikaarraa kan duraa taate Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone 11 Galmee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti galmeessuun Afrikaarraa kan…
Idil Addunyaa Ruwaandaatti shakkamaan namoota 14 ajjeesee awwaalun shakkame yakka isaa amane Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Ruwaandatti shakkamaan namoota 14 ajjeesuun kutaa nyaata qopheessu keessa awwaalun shakkame yakka isaa amanuu ibsameera. Shakkamaan umrii waggaa 34…
Idil Addunyaa Humni nagaa kabachiisaa DhMG bulchinsa ishee keessaa akka ba’an Koongoon gaafatte Debela Tadesse Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Dimokiraatawaa Koongoo humni nagaa Kabachiisaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii bulchiinsaa ishee keessaa saffisan akka bahan gaafatte.…
Ispoortii Fiigicha Daandirraa ‘Rigaa 2023’ irratti Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Fiigicha Daandirraa Laatiiviyaa magaalaa Rigaatti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru. Atileetoonni 347…